tag:blogger.com,1999:blog-25655036357483944002024-02-08T09:37:44.139-08:00Biiftuun Qajeeelummaa Siif BahaAnonymoushttp://www.blogger.com/profile/06507580625313742409noreply@blogger.comBlogger2125tag:blogger.com,1999:blog-2565503635748394400.post-81932143212616271652012-12-17T03:11:00.000-08:002012-12-17T03:16:04.471-08:00GUYYAA AMANTOOTAA

Guyyaa Amantootaa

Waldaan Biiftuu Boolee Makaana Yasuus amantoota ishee hundumaa akka isaan ayyaana "Guyyaa Amantootaa" jedhamu kana irratti hirmaataniif waamicha gochaa turteetti. "Guyyaan Amantootaa" Muddee 23,2012 yeroo jalqabaatiif adeemsifama. Saganticha irratti qophiin hawwatoo fi barsiisoon akkasumas bashannansiisoon adda addaa kan dhiyaatan yoo ta'u, Laaqanni achumatti akka qophaa'u himameera. Laaqana boodas yeroo muraasaaf sagantichi itti fufa.

Isinis Muddee 23 Finfinnee keessa jiraattu taanaan akka irratti hirmaattaniif affeeramtaniittu.

Waaqayyo guyyoota hundumaa binnee isa keessatti moo'ichaan akka jiraannu nurraa barbaada. Guyyaan kunis guyyaa itti amantoonni maatii isaanii hundumaa wajjin itti gara waldaa dhaquudhaan amantoota hundumaa wajjin tokkummaa godhan dha.

Waaqayyo sasa isaa Eebbiseera!

Waa'ee Biiftuu Boolee fi hojii isheen hojjettuu bal'inaan baruu yoo barbaaddan fuula kana (http://www.sdhtek.000space.com/WABiiftuuBooleeMY.htm ) daawwadhaa.

Anonymoushttp://www.blogger.com/profile/06507580625313742409noreply@blogger.com0tag:blogger.com,1999:blog-2565503635748394400.post-88539683574042015262012-11-12T03:05:00.000-08:002012-11-12T03:05:07.973-08:00JAALLATTAMTTEETTA

Baga Nagaan Dhuftan

Ergaa adunyaa kana irratti dubbatamu hundumaa keessaa ergaan tokko baay'ee adda dha. Innis isa Waaqayyo siif dhaame dha. Dhaamsichi immoo akkas kan jedhu dha, "Ani du'a namaatti hin gammadu, maaliif duutaa? Deebi'iitii qalbii kee diddiiradhuu jiraadhu!| Itti dabalees, Waaqaayyo akkas siin jedha, ani Ulfina bara baraa siif qophesseen jira waan ta'eef, anaan dhaga'ii tii jireenya lafa irratti qabdu akka yaada kootti godhadhu. Yoo gorsa koo kana tuffattee akka sitti tolee fi akka Seexanni si geggeessuu fedhutti yoo jiraatte si'ol bakka jedhamu dhaquu keeti. "Ani immoo, yaa mucaa ko," siin jedha Waaqayo, "bara baraan dhiphachuu keetti garaan koo hin gammadu". Akka cubbuu keetiin sitti hin faradamnetti, akka aarsaa ta'uuf, Ilma koo Yasuus Kiristoosiin siif kenneera. Inni immoo gatii sirra jiru hundumaa sirraa baasuuf siif du'ee ture. Inni amma jiraataa dha. Isaatti amanuu kee fi karaa isaa gara koo dhufuu keetiin na biratti simatama guddaa argatta. Ati gatii dhiigaa ti. Sin jaalladha mucaa koo. Amma ariiftattee gara kootti deebi'i!"

Dhugummaa, dhoksaa fi ulfina waamicha siif godhame kanaa hubachuu yoo barbaadde, Macaafa Qulqulluu barbaadii dubbifadhu. Amma yeroo kana immoo, fedhaa fi yaada guutuun akkas jedhii kadhadhu:

"Ulfaadhu Waaqayyoo koo fi Uumaa ko! Jaalala naaf qabdu irraa kan ka'e ergaa naaf ergiteef, dhaamsa na bira ga'e kanaafis sin galateeffadha. Anis egaa gara Si'ol dhaquu fi bara baraanis dhiphachuu hin fedhu. CUbbuu koo isa darbe hundumaa anaaf dhiisi. Jireenya bara baraa isa anaaf qopheessite biraanis ana ga'i. Ulfina waamicha kee immoo akkan hubadhu godhi. Karaa kee isa dhugaa na barsiisi. Isa irras jabaadhee akkan deemuuf na gargaari. Maqaa Gooftaa Yasuus Kiristoos isa du'ee du'aa ka'een! Ameen."

Waaqayyo si jaallata. Atis isuma qofaatti firoomi. isa sodaachaas jiraadhu. biiftuun qajeelummaas siif ni bahaa!

Anonymoushttp://www.blogger.com/profile/06507580625313742409noreply@blogger.com0