Monday, December 17, 2012

GUYYAA AMANTOOTAA


Guyyaa Amantootaa


Waldaan Biiftuu Boolee Makaana Yasuus amantoota ishee hundumaa akka isaan ayyaana "Guyyaa Amantootaa" jedhamu kana irratti hirmaataniif waamicha gochaa turteetti. "Guyyaan Amantootaa" Muddee 23,2012 yeroo jalqabaatiif adeemsifama. Saganticha irratti qophiin hawwatoo fi barsiisoon akkasumas bashannansiisoon adda addaa kan dhiyaatan yoo ta'u, Laaqanni achumatti akka qophaa'u himameera. Laaqana boodas yeroo muraasaaf sagantichi itti fufa.

Isinis Muddee 23 Finfinnee keessa jiraattu taanaan akka irratti hirmaattaniif affeeramtaniittu.


Waaqayyo guyyoota hundumaa binnee isa keessatti moo'ichaan akka jiraannu nurraa barbaada. Guyyaan kunis guyyaa itti amantoonni maatii isaanii hundumaa wajjin itti gara waldaa dhaquudhaan amantoota hundumaa wajjin tokkummaa godhan dha.


Waaqayyo sasa isaa Eebbiseera!


Waa'ee Biiftuu Boolee fi hojii isheen hojjettuu bal'inaan baruu yoo barbaaddan fuula kana  (http://www.sdhtek.000space.com/WABiiftuuBooleeMY.htm ) daawwadhaa.